-
Isaayyaas 37:37, 38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Kanaafuu, Senaaheriib mootiin Asoor bakka sana gadhiisee deeme; gara Nanawweetti+ deebiʼees achi taaʼe.+ 38 Utuma inni mana* waaqa isaa Nisrookitti sagadaa jiruus ilmaan isaa Adraamelekii fi Shaarezer goraadeedhaan isa ajjeesanii+ gara biyya Araaraatitti+ baqatan. Ilmi isaa Eesaar Hadoonis+ bakka isaa mootii taʼe.
-
-
Hisqiʼel 32:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Asoor yaaʼii ishii hundumaa wajjin achi jirti. Awwaalli isaanii isatti marsee jira; hundi isaanii iyyuu goraadeedhaan kufaniiru.+
-