LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 4:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Diinonni Yihudaa fi Biiniyaam+ namoonni boojuudhaa deebiʼan+ Yihowaa Waaqa Israaʼeliif mana qulqullummaa ijaaraa akka jiran yommuu dhagaʼan, 2 yeruma sana Zarubaabelii fi dura buutota manneen abbootiitti dhihaatanii, “Nutis isinii wajjin haa ijaarru; nuti akkuma keessan Waaqa keessan+ waaqeffanna;* akkasumas bara Eesaar Hadoon+ mootii Asoor isa as nu fide+ irraa jalqabee isaaf aarsaa dhiheessaa turreerra” isaaniin jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi