LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 17:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 yeroo kanatti mootii Waaqni kee Yihowaan filatu muuduu qabda.+ Mootii kan muuddu obboloota kee gidduudhaa taʼuu qaba. Nama biyya ormaa obboleessa kee hin taane akka of irratti muuddu siif hin heyyamamu. 16 Haa taʼu malee, mootichi ofii isaatiif fardeen hedduu walitti qabachuu+ yookiin fardeen dabalataa argachuuf sabichi gara biyya Gibxiitti akka deebiʼu gochuu hin qabu;+ sababiin isaas Yihowaan, ‘Isin matumaa lammata karaa kana irra deebiʼuu hin qabdan’ jedheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi