- 
	                        
            
            Isaayyaas 22:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Yaa magaalaa ishii wacaa fi gammachuu guddaadhaan guutamte nana,
Ati jeequmsaan guutamteetta.
Namoonni kee warri ajjeefaman kan ajjeefaman goraadeedhaan miti,
Kan duʼanis waraana irratti miti.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faaruu Ermiyaas 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Warri karicha irra darban hundi qoosaadhaan harka isaanii si irratti walitti rurrukutu.+
 
 -