-
Isaayyaas 3:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kunoo, Gooftaa dhugaan, Yihowaan Gooftaan Raayyaa,
Yerusaalemii fi Yihudaa keessaa gargaarsa akaakuu hundumaa,
Nyaataa fi bishaan hundumaa ni balleessa;+
-
Faaruu Ermiyaas 4:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Warra beelaan duʼan, warra akka waan waraanamaniitti hanqina nyaataatiin dirree keessatti dhuman irra
Warra goraadeedhaan duʼan wayya.+
-
-
-