-
Isaayyaas 30:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+ 24 Loonii fi harroonni laficha qotanis gafara miʼeeffamee qophaaʼe isa laayidaa* fi qoorbiidhaan* qulqulleeffame ni nyaatu.
-