-
Faarfannaa 46:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Saboonni iyyaniiru, mootummoonnis garagalfamaniiru;
Inni sagalee isaa ol ni kaase, laftis ni baqxe.+
-
-
Faarfannaa 68:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
68 Waaqayyo haa kaʼu, diinonni isaa haa bittinnaaʼan,
Warri isa jibbanis isa duraa haa baqatan.+
-
-
Isaayyaas 17:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Saboonni sagalee akkuma huursaa bishaanota hedduu taʼee ni dhageessisu.
Inni isaan ni ifata, isaanis gara bakka fagootti ni baqatu;
Akkuma habaqii gaarota irra jiruu fi bubbeen ariʼuu,
Akkuma sokorruu bubbeen gaggaragalchaa fudhatuus ni taʼu.
-