LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 30:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Atis meetii fakkiiwwan kee warra bocamanitti uwwifamee fi warqii siidaawwan sibiilaa kee* irratti maxxanfame ni xureessita.+ Akkuma huccuu laguutti isaan gattee, “Asii badaa!”* isaaniin jetta.+

  • Isaayyaas 31:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Guyyaa sanatti tokkoon tokkoon namaa waaqolii isaa warra gatii hin qabnee fi meetii irraa tolfaman, akkasumas waaqolii isaa warra gatii hin qabnee fi warqii irraa tolfaman, warra cubbuudhaan kakaatanii harkuma keessaniin tolchitan sana ni tuffata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi