LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 17:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, Hosheʼaan gara Soo mootii Gibxiitti namoota waan ergeef,+ akkasumas akka waggoottan darbaniitti gibira mootii Asooriif kaffalamu waan hin fidneef, mootiin Asoor Hosheʼaan akka isa irratti mariʼate ni hubate. Kanaafuu, mootiin Asoor qabee hidhee mana hidhaatti isa galche.

  • Isaayyaas 30:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Isaan eegumsa* Faraʼoon jalatti gaaddisa argachuuf,

      Gaaddidduu Gibxii jalattis dahoo argachuuf,

      Utuu gorsa na hin gaafatin*+ gara Gibxiitti gad buʼaniiru!+

  • Isaayyaas 30:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Sababiin isaas, gargaarsi Gibxii homaa faayidaa hin qabu.+

      Kanaafuu ani, “Rahaab,+ ishii hojii malee akkanumaan teessu” jedhee ishii nan waame.

  • Ermiyaas 37:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Mootii Yihudaa isa akka na gaafattaniif gara kootti isin erge sanaan akkana jedhaa: “Kunoo, raayyaan waraanaa Faraʼoon inni isin gargaaruuf dhufe gara biyya isaa Gibxiitti deebiʼuuf ni dirqama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi