Ermiyaas 49:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Dubbii Damaasqoo+ ilaalchisee dubbatame: Oduu hamaa waan dhagaʼaniifHamaatii+ fi Arpaad qaana’aniiru. Isaan sodaadhaan baqaniiru. Galaanicha keessa jeequmsa tasgabbaaʼuu hin dandeenyetu jira.
23 Dubbii Damaasqoo+ ilaalchisee dubbatame: Oduu hamaa waan dhagaʼaniifHamaatii+ fi Arpaad qaana’aniiru. Isaan sodaadhaan baqaniiru. Galaanicha keessa jeequmsa tasgabbaaʼuu hin dandeenyetu jira.