-
Isaayyaas 41:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ogeessi harkaa, nama sibiila tumu ni jajjabeessa;+
Namni burruusaan sibiila batteessus
Nama boca itti baasuuf sibiila tumu ni jajjabeessa.
Inni, “Sibiilichi akka gaariitti walitti qabsiifameera” jedha.
Akka hin kufneefis mismaaraan rukutameera.
-
-
Ermiyaas 10:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sababiin isaas, barsiifanni sabootaa abjuu* dha.
-
-
Hoseʼaa 8:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Sababiin isaas, kun Israaʼel irraa madde.
Kan isa tolche ogeessa harkaa ti malee Waaqa miti;
Jabbiin Samaariyaa ni hurraaʼa.
-