Faarfannaa 33:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Murtoon* Yihowaa garuu bara baraaf jabaatee dhaabbata;+Wanti inni garaa isaatti yaade dhalootaa hamma dhalootaatti jiraata. Isaayyaas 46:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Wanta gara fuulduraatti taʼu jalqaba irraa kaasee,Wantoota hamma yoonaatti hin raawwatamnes bara dheeraa dura nan dubbadha.+ ‘Murtoon* koo jabaatee ni dhaabbata,+Wanta na gammachiisu akkamii iyyuu nan raawwadha’+ nan jedha.
11 Murtoon* Yihowaa garuu bara baraaf jabaatee dhaabbata;+Wanti inni garaa isaatti yaade dhalootaa hamma dhalootaatti jiraata.
10 Wanta gara fuulduraatti taʼu jalqaba irraa kaasee,Wantoota hamma yoonaatti hin raawwatamnes bara dheeraa dura nan dubbadha.+ ‘Murtoon* koo jabaatee ni dhaabbata,+Wanta na gammachiisu akkamii iyyuu nan raawwadha’+ nan jedha.