LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 20:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Isaayyaas mooraa isa gidduu bira gaʼuu isaa dura dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara isaa ni dhufe:+ 5 “Gara Hisqiyaas isa geggeessaa saba kootii taʼetti deebiʼiitii akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan inni Waaqa Daawit abbaa keetii taʼe akkana jedha: “Kadhannaa kee dhagaʼeera. Imimmaan kees argeera.+ Kunoo, sin fayyisa.+ Guyyaa sadaffaatti gara mana Yihowaatti ol ni baata.+ 6 Umurii* kee irratti waggaa 15 siifan dabala; siinis taʼe magaalaa kana harka mootii Asoor jalaa nan oolcha;+ ofii kootii fi tajaajilaa koo Daawitiif jedhee magaalaa kana nan eega.”’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi