Keessa Deebii 32:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+ Faarfannaa 41:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Siree dhukkubsatee irra ciisu irratti Yihowaan isa kunuunsa;+Yeroo dhukkubsatee jirutti iddoo ciisichaa isaa guutummaatti isaaf ni jijjiirta. Faarfannaa 103:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni balleessaa kee hundumaa siif dhiisa,+Dhukkuba kee hundumaas ni fayyisa;+ Faarfannaa 147:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Warra garaan isaanii cabe* ni fayyisa;Madaa isaaniis isaaniif ni hidha.
39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+
3 Siree dhukkubsatee irra ciisu irratti Yihowaan isa kunuunsa;+Yeroo dhukkubsatee jirutti iddoo ciisichaa isaa guutummaatti isaaf ni jijjiirta.
3 Inni balleessaa kee hundumaa siif dhiisa,+Dhukkuba kee hundumaas ni fayyisa;+ Faarfannaa 147:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Warra garaan isaanii cabe* ni fayyisa;Madaa isaaniis isaaniif ni hidha.