Keessa Deebii 32:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+ 1 Saamuʼel 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan ni ajjeesa, ni jiraachisas;*Gara Awwaalaatti* gad ni buusa, achi keessaas ol ni baasa.+
39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+