-
Hoseʼaa 11:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yaa Efreem, akkamittan si dhiisuu dandaʼa?+
Yaa Israaʼel, akkamittan dabarsee si kennuu dandaʼa?
Akkamittan akka Admaa si gochuu dandaʼa?
Akkamittan akka Zeboʼiim si gochuu dandaʼa?+
9 Ani dheekkamsa koo isa bobaʼu hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,+
Sababiin isaas, ani Waaqa dha malee nama miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu jiru dha;
Aariidhaan sitti hin dhufu.
-