Ermiyaas 31:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+ Miikiyaas 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namoonni hundi tokkoon tokkoon isaanii maqaa waaqa isaaniitiin ni deddeebiʼu,Nuti garuu baraa hamma bara baraatti maqaa Waaqa keenya Yihowaatiin ni deddeebina.+
33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+
5 Namoonni hundi tokkoon tokkoon isaanii maqaa waaqa isaaniitiin ni deddeebiʼu,Nuti garuu baraa hamma bara baraatti maqaa Waaqa keenya Yihowaatiin ni deddeebina.+