-
Zakkaariyaas 8:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘“Abbootiin keessan waan na dheekkamsiisaniif badiisa isaan irratti fiduuf akkuman murteessee turee fi kanattis hin gaabbinetti” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa,+ 15 “yeroo kanattis Yerusaalemii fi mana Yihudaatiif wanta gaarii gochuuf murteesseera.+ Hin sodaatinaa!”’+
-