LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 4:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kanaan kan kaʼes, biyyattiin ni gadditi,+

      Samiiwwan olitti argamanis ni dukkanaaʼu.+

      Ani dubbadheera, murteesseeras,

      Yaada koo hin jijjiiru,* isa irraas duubatti hin deebiʼu.+

  • Hisqiʼel 24:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ani Yihowaan kana dubbadheera. Inni ni raawwatama. Utuun duubatti hin jedhin, utuun hin gaddinii fi utuun hin gaabbin tarkaanfii nan fudhadha.+ Isaan akka daandii keettii fi akka gocha keetti sitti ni murteessu’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi