Isaayyaas 24:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Biyyattiin gaddaa* jirti,+ badaa jirtis. Lafti oomisha kennitu coolligaa fi dhumaa jirti. Namoonni biyyattii warri beekamoo taʼan xiqqaachaa jiru. Yooʼel 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maasichi mancaʼeera, lafichis gaddeera;+Sababiin isaas, midhaan barbadaaʼeera, daadhii wayinii haaraan hin jiru, zayitiinis dhumeera.+
4 Biyyattiin gaddaa* jirti,+ badaa jirtis. Lafti oomisha kennitu coolligaa fi dhumaa jirti. Namoonni biyyattii warri beekamoo taʼan xiqqaachaa jiru.
10 Maasichi mancaʼeera, lafichis gaddeera;+Sababiin isaas, midhaan barbadaaʼeera, daadhii wayinii haaraan hin jiru, zayitiinis dhumeera.+