Ermiyaas 4:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Kanaan kan kaʼes, biyyattiin ni gadditi,+Samiiwwan olitti argamanis ni dukkanaaʼu.+ Ani dubbadheera, murteesseeras,Yaada koo hin jijjiiru,* isa irraas duubatti hin deebiʼu.+ Faaruu Ermiyaas 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Eenyu iyyuu gara ayyaanichaatti waan hin dhufneef, daandiiwwan gara Xiyoonitti geessan gaddaa jiru.+ Karrawwan ishii hundi onaniiru;+ luboonni ishii aadaa jiru. Durboonni* ishii gaddaa jiru, ishiinis dhiphina guddaa keessa jirti.
28 Kanaan kan kaʼes, biyyattiin ni gadditi,+Samiiwwan olitti argamanis ni dukkanaaʼu.+ Ani dubbadheera, murteesseeras,Yaada koo hin jijjiiru,* isa irraas duubatti hin deebiʼu.+
4 Eenyu iyyuu gara ayyaanichaatti waan hin dhufneef, daandiiwwan gara Xiyoonitti geessan gaddaa jiru.+ Karrawwan ishii hundi onaniiru;+ luboonni ishii aadaa jiru. Durboonni* ishii gaddaa jiru, ishiinis dhiphina guddaa keessa jirti.