Faarfannaa 102:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sababiin isaas, Yihowaan Xiyooniin deebisee ni ijaara;+Ulfina isaatiinis ni mulʼata.+ Faarfannaa 147:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan Yerusaalemiin ni ijaara;+Inni jiraattota Israaʼel warra bittinneeffaman walitti ni qaba.+ Ermiyaas 24:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Wanta gaarii isaaniif gochuuf ija koo isaan irra nan kaaʼa; gara biyya kanaatti akka deebiʼanis nan godha.+ Isaan nan ijaara malee hin diigu; isaan nan dhaaba malee hin buqqisu.+
6 Wanta gaarii isaaniif gochuuf ija koo isaan irra nan kaaʼa; gara biyya kanaatti akka deebiʼanis nan godha.+ Isaan nan ijaara malee hin diigu; isaan nan dhaaba malee hin buqqisu.+