LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kunoo, ani harʼa sabootaa fi mootummoota irratti ol aantummaa akka qabaattu, akka buqqistuu fi akka jigsitu, akka balleessituu fi akka diigdu, akka ijaartuu fi akka dhaabduuf si muudeera.”+

  • Ermiyaas 30:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan akkana jedha:

      “Kunoo, ani warra dunkaanota Yaaqoob keessaa boojiʼaman walitti nan qaba,+

      Godoowwan qulqulluu isaatiifis nan gadda.

      Magaalattiin tabba ishii irratti deebitee ni ijaaramti,+

      Masaraan cimaan sunis iddoo isaa isa sirrii taʼe irra ni dhaabbata.

  • Ermiyaas 32:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Wanta gaarii isaaniif gochuun na gammachiisa;+ garaa koo guutuu fi lubbuu* koo guutuudhaan biyya kana keessa jabeessee isaan nan dhaaba.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi