Ermiyaas 36:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Elnaataan,+ Delaayaanii+ fi Gemaariyaan+ maraa kitaabaa sana akka hin gubne mooticha kadhatanii turan; inni garuu isaan hin dhageenye.
25 Elnaataan,+ Delaayaanii+ fi Gemaariyaan+ maraa kitaabaa sana akka hin gubne mooticha kadhatanii turan; inni garuu isaan hin dhageenye.