-
Ermiyaas 36:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 gara mana* mootichaatti, gara kutaa barreessaatti gad ni buʼe. Yeroo kanatti, bulchitoonni* hundi, jechuunis Elishaamaan+ inni barreessaa taʼe, Delaayaan ilmi Shemaayaa, Elnaataan+ ilmi Akboor,+ Gemaariyaan ilmi Shaafaanii fi Zedeeqiyaan ilmi Hanaaniyaa, akkasumas bulchitoonni kan biroon hundi achi taaʼanii turan.
-