-
2 Mootota 22:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, Hilqiyaan lubichi, Ahiqaam, Akboor, Shaafaanii fi Asaayaan gara Huldaa raajittii+ dhaqan. Ishiin haadha manaa Shaalum ilma Tiquwaa, ilma Harhaas isa eegduu mana uffataa taʼe sanaa yeroo taatu, Kutaa Lammaffaa Magaalaa Yerusaalem keessa jiraatti turte; isaanis achitti ishii haasofsiisan.+
-
-
Ermiyaas 26:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Achiis Yehoyaaqiim Mootichi Elnaataan+ ilma Akboorii fi namoota kan biroo gara Gibxiitti erge.
-