-
Ermiyaas 36:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Mikaayaan ilmi Gemaariyaa ilmi Shaafaan maraa kitaabaa* sana irraa dubbiin Yihowaa hundi utuu dubbifamuu yommuu dhagaʼu, 12 gara mana* mootichaatti, gara kutaa barreessaatti gad ni buʼe. Yeroo kanatti, bulchitoonni* hundi, jechuunis Elishaamaan+ inni barreessaa taʼe, Delaayaan ilmi Shemaayaa, Elnaataan+ ilmi Akboor,+ Gemaariyaan ilmi Shaafaanii fi Zedeeqiyaan ilmi Hanaaniyaa, akkasumas bulchitoonni kan biroon hundi achi taaʼanii turan.
-