-
Ermiyaas 41:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yohaanaan+ ilmi Qaareʼaa fi ajajjoonni raayyaa waraanaa warri isaa wajjin turan hundi hammina Ishmaaʼel ilmi Nataaniyaa raawwate hundumaa yommuu dhagaʼan,
-
-
Ermiyaas 41:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yohaanaan ilmi Qaareʼaa fi ajajjoonni raayyaa waraanaa hundi namoota Misphaadhaa dhufan kaanii fi Ishmaaʼel ilmi Nataaniyaa Gedaaliyaa+ ilma Ahiqaam erga ajjeesee booda harka isaa jalaa oolchan sana ni fudhatan. Isaan dhiirota, loltoota, dubartoota, daaʼimmanii fi abbootii taayitaa mana mootummaa sana Gibeʼon irraa deebisanii fidan.
-
-
Ermiyaas 43:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Azaariyaan ilmi Hoshaayaa, Yohaanaan+ ilmi Qaareʼaa fi namoonni of tuultuu taʼan hundi Ermiyaasiin akkana jedhan: “Wanti ati jettu kun soba dha! ‘Achi jiraachuuf gara Gibxii hin dhaqinaa’ jettee akka dubbattu Waaqni keenya Yihowaan si hin ergine.
-