LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ajajjoonni raayyaa waraanaa fi namoonni isaanii hundi mootiin Baabilon Gedaaliyaa akka muude yommuu dhagaʼan, yeruma sana Misphaatti gara Gedaaliyaa ni dhufan. Isaanis Ishmaaʼel ilma Nataaniyaa, Yohaanaan ilma Qaareʼaa, Seraayaa ilma Taanhumeet Netoofichaa, Yaaʼaazaaniyaa ilma Maʼaakaatichaa yeroo taʼan, isaanis namoota isaanii wajjin turan.+

  • Ermiyaas 40:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isaanis, “Baʼaaliis inni mootii Amoonotaa+ taʼe si ajjeesuuf* Ishmaaʼel ilma Nataaniyaa erguu isaa hin beektuu?”+ isaan jedhan. Gedaaliyaan ilmi Ahiqaam garuu isaan hin amanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi