LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “‘Rifeensa mataa keessanii garanaa fi garasiin jiru hin haaddatinaa* yookiin qarqara areeda keessanii hin haaddatinaa.+

      28 “‘Nama duʼeef* jettanii qaama keessan hin kukkutinaa;+ akkasumas qaama keessan hin tumatinaa. Ani Yihowaa dha.

  • Keessa Deebii 14:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Isin ijoollee Waaqa keessan Yihowaa ti. Nama duʼeef jettanii of hin mummurinaa+ yookiin nyaara keessan* hin haaddatinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi