-
Ermiyaas 40:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yohaanaan ilmi Qaareʼaa fi ajajjoonni raayyaa waraanaa warri dirree keessa turan hundi Misphaatti gara Gedaaliyaa dhufan. 14 Isaanis, “Baʼaaliis inni mootii Amoonotaa+ taʼe si ajjeesuuf* Ishmaaʼel ilma Nataaniyaa erguu isaa hin beektuu?”+ isaan jedhan. Gedaaliyaan ilmi Ahiqaam garuu isaan hin amanne.
-