Ermiyaas 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni si dhaabe+ hammina mana Israaʼelii fi mana Yihudaa warra Baʼaaliif aarsaa dhiheessuudhaan na dheekkamsiisaniin kan kaʼe badiisni akka sitti dhufu dubbateera.”+
17 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni si dhaabe+ hammina mana Israaʼelii fi mana Yihudaa warra Baʼaaliif aarsaa dhiheessuudhaan na dheekkamsiisaniin kan kaʼe badiisni akka sitti dhufu dubbateera.”+