-
Ermiyaas 44:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Dhiironni haadhotiin manaa isaanii waaqolii kan birootiif aarsaa dhiheessaa akka turan beekan hundii fi haadhotiin manaa achi dhaabbachaa turan hundi, warri tuuta guddaa taʼan, akkasumas namoonni biyya Gibxii,+ jechuunis Phaatros+ keessa jiraachaa turan hundi akkana jedhanii Ermiyaasiif deebisan:
-
-
Ermiyaas 44:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaa mannaa, dubbii afaan keenya dubbate hundumaa dhugumaan ni raawwanna; akkuma nutis taane abbootiin keenya, mootonni keenyaa fi bulchitoonni keenya magaalota Yihudaa keessattii fi daandiiwwan Yerusaalem irratti gochaa turretti Mootuu Samiitiif* aarsaawwan ni dhiheessina, aarsaawwan dhugaatiis ishiidhaaf ni dhangalaasna;+ yeroo sanatti nuti nyaata ni quufna turre, sooreyyii turre, badiisni tokko illees nu irra hin gaʼu ture.
-