Isaayyaas 15:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni booʼuuf, gara Manichaattii* fi gara Diboonitti,+Gara iddoowwan ol kaʼootti ol baʼeera. Moʼaab Neboo+ fi Medebaadhaaf+ ni gadooddi. Mataan hundi haadameera,+ areedni hundis murameera.+
2 Inni booʼuuf, gara Manichaattii* fi gara Diboonitti,+Gara iddoowwan ol kaʼootti ol baʼeera. Moʼaab Neboo+ fi Medebaadhaaf+ ni gadooddi. Mataan hundi haadameera,+ areedni hundis murameera.+