-
2 Mootota 3:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yommuu isaan gara buufata Israaʼelotaatti seenanis, Israaʼelonni kaʼanii Moʼaabota rukutuu jalqaban; Moʼaabonnis isaan jalaa ni baqatan.+ Israaʼelonnis Moʼaabota rukutaa gara Moʼaabitti siqan. 25 Magaalota ni diigan; namni hundi maasii gaarii taʼe kam irratti iyyuu dhagaa darbatee maasii sana dhagaadhaan guute; isaan burqaa bishaanii kam iyyuu ni duuchan;+ muka gaarii taʼe kam iyyuu ni muran.+ Dhuma irrattis dallaawwan dhagaa Qiir Hareset+ qofatu dhaabbatee hafe; namoonni furrisa darbatanis magaalattiitti marsanii ishii rukutan.
-