LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Oog mootiin Baashaan namoota Refaayim keessaa isa dhumaa ture. Sireen* reeffaa isaa sibiila* irraa kan tolfame yeroo taʼu, hamma harʼaattis Raabaa ishii magaalaa Amoorotaa taate keessatti argama. Sireen sun akka safartuu baramaa taʼeetti dheerinni isaa dhundhuma* sagal, dalgi isaa immoo dhundhuma afur ture.

  • Iyyaasuu 13:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kana malees, Museen Gaadota warra gosa Gaad taʼaniif akka maatii maatii isaaniitti dhaala ni kenne; 25 naannoon isaaniis Yaazeer,+ magaalota Giiliyaad hundumaa fi walakkaa biyya Amoonotaa+ hamma Aroʼer ishii fuullee Raabaatti+ argamtuu kan dabalatu dha;

  • Hisqiʼel 25:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ani Raabaa+ bakka gaalonni dheedan, biyya Amoonotaas bakka bushaayeen itti boqotu nan godha; isinis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.”’”

  • Amoos 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, ani dallaa Raabaatti ibidda nan qabsiisa,+

      Innis masaraawwan ishii warra ciccimoo ni nyaata,

      Guyyaa waraanaatti iyyi waraanaa ni dhagaʼama,

      Guyyaa obomboleettiitti bubbeen cimaan ni taʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi