2 Saamuʼel 12:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Yoʼaabis magaalaa Amoonotaa+ Raabaa+ waraanuu isaa itti fufe; magaalaa moototaas* ni qabate.+ Hisqiʼel 21:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Daandii isa tokko goraadee Raabaa+ ishii kan Amoonotaa taate irratti dhufuuf mallattoo godhi; daandii isa kan biraa immoo goraadee Yerusaalem ishii dallaa dhagaa qabduu+ fi Yihudaa keessatti argamtu irratti dhufuuf mallattoo godhi.
20 Daandii isa tokko goraadee Raabaa+ ishii kan Amoonotaa taate irratti dhufuuf mallattoo godhi; daandii isa kan biraa immoo goraadee Yerusaalem ishii dallaa dhagaa qabduu+ fi Yihudaa keessatti argamtu irratti dhufuuf mallattoo godhi.