-
2 Seenaa Baraa 32:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Hisqiyaasis Senaaheriib Yerusaalem irratti waraana banuuf yaadee dhufuu isaa yommuu argu,
-
-
2 Seenaa Baraa 33:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Sana booda Giyoon+ ishii sululicha keessatti argamtu irraa gara dhihaatii jalqabee hamma Karra Qurxummiitti+ karaa alaatiin Magaalaa Daawitiif+ dallaa baayʼee dheeraa taʼe ni ijaare; dallichis magaalattiitti marsee Ofeel+ bira gaʼa ture. Dabalataanis magaalota Yihudaa warra dallaa dhagaa qaban hundumaa keessatti ajajjoota raayyaa waraanaa ni muude.
-