LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 36:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Maqaan ilmaan Esaawu kana dha: ilma Aadaa haadha manaa Esaawu kan taʼe Eliifaazii fi ilma Baasemaat haadha manaa Esaawu kan taʼe Rewuʼel.+

      11 Ilmaan Eliifaaz Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataamii fi Qeenaaz+ turan.

  • Hisqiʼel 25:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Harka koo Edoom irratti diriirsee namas taʼe horii isa keessaa nan balleessa; isas ona nan godha.+ Isaan Temaan irraa jalqabee hamma Deedaanitti goraadeedhaan ni kufu.+

  • Amoos 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, ani Temaan+ irratti ibidda nan erga,

      Innis masaraawwan Boozraa warra ciccimoo taʼan ni nyaata.’+

  • Obaadiyaa 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yihowaan akkana jedha:

      “Guyyaa sanatti, ani Edoom keessaa ogeeyyii,

      Naannoo gaarotaa Esaawu keessaas hubannaa hin balleessuu?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi