-
Ermiyaas 6:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yaa ilmaan Biiniyaam, Yerusaalem irraa fagaadhaatii dahoo barbaaddadhaa.
Sababiin isaas balaan, eeyyee, badiisni guddaan tokko kaaba irraa dhufaa jira.+
-