LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 14:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 akkana jettee mootii Baabilon irratti mammaakta:*

      “Inni warra kaan dirqisiisee hojjechiisaa ture* dhumni isaa akkamitti gaʼe!

      Gochi cunqursaan sun akkamitti dhaabbate!+

       5 Yihowaan ulee hamootaa,

      Ulee bulchitootaa,+

       6 Isa irra deddeebiʼee gara jabinaan saboota rukutu,+

      Isa ariʼatama wal irraa hin cinneen aariidhaan saboota toʼannaa isaa jala galchu sana cabseera.+

  • Isaayyaas 47:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ani saba kootti nan dheekkame.+

      Dhaala koo nan xureesse,+

      Harka keettis dabarsee isaan nan kenne.+

      Ati garuu gara laafina isaanitti hin argisiisne.+

      Maanguddoota irratti illee waanjoo ulfaataa feete.+

  • Ermiyaas 30:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, warri si nyaatan hundi ni nyaatamu,+

      Diinonni kee hundis boojuudhaan ni fudhatamu.+

      Warri si boojiʼan ni boojiʼamu,

      Warra si saaman hundumaas saamichatti dabarsee nan kenna.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi