Isaayyaas 47:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa ishii gammachuu jaallattuu,+Ishii tasgabbiidhaan teessee garaa keetti,“Kan akka kootii hin jiru, ana malees kan biraan hin jiru.+ Ani dubartii abbaan manaa irraa duʼe hin taʼu. Ijoolleen koos matumaa hin duʼan” jettu nana+ kana dhagaʼi.
8 Yaa ishii gammachuu jaallattuu,+Ishii tasgabbiidhaan teessee garaa keetti,“Kan akka kootii hin jiru, ana malees kan biraan hin jiru.+ Ani dubartii abbaan manaa irraa duʼe hin taʼu. Ijoolleen koos matumaa hin duʼan” jettu nana+ kana dhagaʼi.