-
Isaayyaas 14:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “Ani isaan irratti nan kaʼa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
“Ani maqaas taʼe nama hafe, sanyiis taʼe dhaloota fuulduraa Baabilon keessaa haxaaʼee nan balleessa”+ jedha Yihowaan.
23 “Ani biyya dhaddee fi naannoo caffee ishii nan godha; harataa badiisaatiinis ishii nan haxaaʼa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
-