Isaayyaas 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Murtii Baabilon irratti dabarfamee+ fi Isaayyaas+ ilmi Amooz mulʼataan arge: Isaayyaas 13:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ishii keessa matumaa namni hin jiraatu,Dhaloota hundumaa keessattis bakka namoonni keessa hin jiraanne ni taati.+ Arabni dunkaana isaa achi hin dhaabu,Tiksitoonnis bushaayee isaanii achitti hin boqochiisan. Ermiyaas 50:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Kanaafuu, uumamawwan gammoojjii bineensota caraananii wajjin ni jiraatu,Guchiiwwanis ishii keessa ni jiraatu.+ Ishiin kana booda matumaa bakka namni keessa jiraatu hin taatu,Dhaloota hundumaa keessattis bakka jireenyaa hin taatu.”+
20 Ishii keessa matumaa namni hin jiraatu,Dhaloota hundumaa keessattis bakka namoonni keessa hin jiraanne ni taati.+ Arabni dunkaana isaa achi hin dhaabu,Tiksitoonnis bushaayee isaanii achitti hin boqochiisan.
39 Kanaafuu, uumamawwan gammoojjii bineensota caraananii wajjin ni jiraatu,Guchiiwwanis ishii keessa ni jiraatu.+ Ishiin kana booda matumaa bakka namni keessa jiraatu hin taatu,Dhaloota hundumaa keessattis bakka jireenyaa hin taatu.”+