Faarfannaa 79:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 79 Yaa Waaqayyo, saboonni dhaala kee weeraraniiru;+Mana qulqullummaa kee isa qulqulluu xureessaniiru;+Yerusaalemiinis gara tuullaa dhagaatti jijjiiraniiru.+ Faaruu Ermiyaas 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Diinni harka isaa qabeenya ishii hundumaa irra kaaʼateera.+ Sababiin isaas, ishiin saboonni warri ati gumii kee keessa seenuu akka hin qabne ajajje sun,Yommuu iddoo qulqulluu ishii keessa seenan argiteetti.+
79 Yaa Waaqayyo, saboonni dhaala kee weeraraniiru;+Mana qulqullummaa kee isa qulqulluu xureessaniiru;+Yerusaalemiinis gara tuullaa dhagaatti jijjiiraniiru.+
10 Diinni harka isaa qabeenya ishii hundumaa irra kaaʼateera.+ Sababiin isaas, ishiin saboonni warri ati gumii kee keessa seenuu akka hin qabne ajajje sun,Yommuu iddoo qulqulluu ishii keessa seenan argiteetti.+