13 Kana malees, inni Nebukadnezaar Mooticha isa maqaa Waaqayyootiin isa kakachiisee ture irratti fincila kaase;+ didaa* fi mata jabeessa taʼuu isaa itti fufe; gara Yihowaa Waaqa Israaʼelitti deebiʼuus ni dide.
15 Dhuma irratti garuu mootichi fardeenii fi raayyaa waraanaa guddaa isaan irraa argachuuf+ ergamtoota isaa gara Gibxiitti+ erguudhaan isa irratti ni fincile.+ Isaaf ni milkaaʼaa? Inni wantoota kana raawwate adaba jalaa ni miliqaa? Inni kakuu kana cabsee miliquu ni dandaʼaa?’+