-
Ermiyaas 32:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sababiin isaas, Zedeeqiyaan mootiin Yihudaa akkana jedhee isa hidhee ture:+ “Raajii akkanaa maaliif dubbatta? Ati akkana jette: ‘Yihowaan akkana jedha: “Ani magaalaa kana harka mootii Baabilonitti dabarsee nan kenna; innis ishii ni qabata;+ 4 Zedeeqiyaan mootiin Yihudaas Kaladoota jalaa hin miliqu; kanaa mannaa, dhugumaan harka mootii Baabilonitti dabarfamee ni kennama; innis fuulaa fuulatti isatti ni dubbata, ijaa ijattis isa ni ilaala.”’+
-