-
Ermiyaas 44:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Dhuma irrattis Yihowaan gochawwan hamminaa keessanii fi wantoota jibbisiisoo raawwattan obsuu hin dandeenye; akkuma harʼa taʼettis biyyi keessan ona, wanta sodaachisu, kan abaaramee fi bakka namni keessa hin jiraanne taʼe.+
-