- 
	                        
            
            Isaayyaas 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Yihowaan akkana jedha: “Baayʼinni aarsaawwan keessanii maal na fayyada?+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 66:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Namni qotiyyoo qalu, akkuma nama nama ajjeesuu ti.+
Namni aarsaa godhee hoolaa dhiheessu, akkuma nama morma saree cabsuu ti.+
Namni kennaa dhiheessu, akkuma nama dhiiga booyyee dhiheessuu ti!+
Namni aarsaa yaadannoo godhee ixaana adii dhiheessu,+ akkuma nama dubbii moraatti fayyadamee nama eebbisuu ti.*+
Isaan daandiiwwan ofii isaanii filataniiru,
Wanta jibbisiisaa taʼettis ni gammadu.*
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 7:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 “Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Aarsaawwan keessan warra guutummaatti gubaman aarsaawwan keessan warra kaanitti makaa; foonicha ofii keessanii nyaadhaa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Amoos 5:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Ani ayyaanota keessan nan jibba, nan tuffadhas,+
Urgaa walgaʼiiwwan qulqulluu keessaniittis hin gammadu.
 
 -