- 
	                        
            
            Isaayyaas 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Yihowaan akkana jedha: “Baayʼinni aarsaawwan keessanii maal na fayyada?+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 6:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 “Ati Sheebaadhaa ixaana adii,
Biyya fagoodhaas marga urgaaʼu fiduun kee maal na fayyada?
Aarsaawwan keessan warri guutummaatti gubaman fudhatama hin qaban,
Aarsaawwan keessan warri kaanis na hin gammachiisan.”+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Amoos 5:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Ani ayyaanota keessan nan jibba, nan tuffadhas,+
Urgaa walgaʼiiwwan qulqulluu keessaniittis hin gammadu.
 
 -